Acts 9:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Saa'ol ammalle barattoota Gootta'aa ijjeesiisaaf dhaadataa, gara Hayyicha gudda'aa dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Sauloni ammalle jara Aabbo rifachiise, aka gaargalchu herege. Inni gara Qaallicha Gudda d'aqe,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Saa'ol ammallee akka jara Aabboo ijjeessee, gaargalchu herregee, gara Qaallicha Guddaa dhaqee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol ammo darasoota Goofta'aa ajjeesu'uuf dhaadata'aa gara bulchaa gadootaa dhaqe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Saa'ol ammoo darasoota Goofta'aa ajjeesu'uuf dhaadata'aa gara bulchaa gadootaa dhaqe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Saa'ol barattoota Gooftaa ajjeesu'uuf dhaadata'aa, gara mana itti gaafatamaa qeesotaa ni dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol ammalle barattoota Gootta'aa ijjeesiisaaf dhaadataa, gara Hayyicha gudda'aa dhaqe.