Acts 9:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san barataan Ananiiyaas jedhamu tokko, Damaasqoo keessa jiraayyu. Goottaan mudhi'iin “Ananiiyaas” jennaan, inni deebisee, “Kunoo ani as jira, Gootta'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama Yeso tokoti dira Damaski keesa jira, ka Anania jed'ani. Daayya keesa Aabbooni isaani dubbate, Anania jed'e yaame. Inni waan jed'eeni, Anini kuno, Aabbo.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama Yesus tokkotti ka Anaaniyas jedhan dira Damaasqoo keessa jira. Daayyaa keessa Aabboon isaan dubbatee, “Anaaniyas” jedhee yaamnaan innii, “Anin kunoo arma jira Aabboo!” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Damaasqoo keessa darasaa Hanaaniyaa jedhamu tokkotu ture. Gooftaanillee mudhataan, «Hanaaniyaa!» jedheen. Innillee «Yaa! Gooftaa kiyya» jedhee jalaa awwaate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Damaasqoo keessa darasaa Hanaaniyaa jedhamu tokkotu ture. Gooftaanillee mudhataan, Hanaaniyaa kiyya jedheen. Innillee yaa Gooftaa kiyya jedhee jalaa awwaate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Damaasqoo Ananiiyaas ka jedhamu barataan tokko ni jira ture, Gooftaan'llee mulidhataan, «Ananiiyaas!» jedhee ni waameen, inni'llee, «Kunoo asi jira yaa Gooftaa!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san barataan Anaaniiyaas jedhamu tokko, Damaasqoo keessa jiraayyu. Goottaan mudhi'iin «Anaaniiyaas» jedheen. Innille deebisee, «Kunoo ani as jira, Gootta'a» jedhe.