Acts 9:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Saa'ol mudhi'iin namichi Ananiiyaas jedhamu tokko dhufee, harka ifii isa irra keyee akka fayyu dhaggeera” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle daayya keesa inni la nama Anania jed'ani toko arge, ka harka isa ira kayu, aka inni lafa argu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee innii daayyaa keessa nama Anaaniyas jedhan tokkoo ka akka innii deebi'ee lafa argu harka isa irra kaa'uu argee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol namni Hannaaniyaa jedhamu seenee ijji isaa akka argituuf hennaa harka isa irra kaayu manaabaan argeera» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Saa'ool namni Hannaaniyaa jedhamu seenee ijji isaa akka argituuf hennaa harka isa irra kaayu manaabaan argeera» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Saa'oli'llee ijji isaa deebi'ee arguuf akka danda'an, naminni Ananiiyaas jedhamu gara isaa aseenee harka isa irra yoo kaayu, mulidhataan ni arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol mudhi'iin namichi Anaaniiyaas jedhamu tokko dhufee, harka ifii isa irra keyee akka fayyu dhaggeera» jedheen.