Acts 9:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni worra maqaa keeti waammatu mara hidhiisaaf, mooticha hayyootaa irraa baallii dhaggateera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle arma inni maqa qaalole gugurdotiini d'ufe, aka nama maqa kanke yaamatu ch'ufa hid'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee innii maqaa qaallolee gugurdootiin arma dhufe, akka nama maqaa kankee yaamatu cufaa hidhu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Asittillee worra maqaa kee waaman maraa hidhu'uuf bulchoota gadootaatiin muudameera» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Asittillee worra maqaa kee waaman maraa hidhu'uuf bulchoota gadootaatiin muudameera» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Asitti'llee maqaa kee worra kaasan maraa hidhu'uuf, itti gaafatamoota qeesotaa irraa aangoo fudhatee jira.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra maqaa keeti waammatu mara hidhiisaaf, sooreyyii hayyootaa irraa baallii dhaggateera» jedhe.