Acts 9:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka inni marroo maqaa kiyyaatiif guddoo rakkatu, aninuu isatti hin mudhisa” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gaargala gudda, ka inni maro maqa kiyyatiifi argatu, isa agarsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin gaargala guddaa, innii marroo maqaa kiyyaatiif argatu, isa ingarsiisaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka inni maqaa kiyya baadhatu'uuf jedhee rakkatu aninuu isatti mudhisa» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka inni maqaa kiyya baadhatu'uuf jedhee rakkatu aninuu isatti mudhisa» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
waayee kiyyaaf'llee rakkinna hagam gayu akka fudhatu, ni ibisaaf.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka inni marroo maqaa kiyyaatiif guddoo rakkatu, aninuu isatti hin mudhisa» jedhe.