Acts 9:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Saa'ol adoo hin turin mana Waaqeffannaa Yihudootaa dhaqee, “Yesuus Ilma Waaqaa ti” jedhee lallabiisa jalqabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojuma suni inni maneeni Waaqa iti kad'atani seene waan Yeso odeese, Yesoni Ilma Waaqa jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Saa'ol yoma sun Manneen Waldeennaa seenee, “Yesus Ilma Waaqaatti” jedhee waan Yesus haasa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoosuu waan Yesuus Kiristoosii akka inni Ilma Rabbii ta'e mana sagadaa Yihuudotaa keessatti lallabe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoosuu waan Yesuus Kiristoosii akka inni Ilma Rabbii ta'e mana sagadaa Yihuudotaa keessatti lallabe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakkumatti'llee Saa'ol Damaasqo'otti, «Yesus Ilma Waaqaati» jedha'aa, bakka woligayii isaanii titti barsiisuu jala ni qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol adoo hin turin mana Waaqonfannaa Yihudootaa dhaqee, «Yesuus Ilma Waaqaa ti» jedhee lallabiisa jalqabe.