Acts 9:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa heddu'uun duuba Yihudooti, Saa'ol ijjeesiisaaf mala dhoyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi bulti heddu, Yahudiini aka isa ijeeftu wolmariatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Bultii hedduun duubaatti, Yihudiin akka isa ijeeftu walmari'atte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga guyyaa hedduu bubbuleen maayessa Yihuudonni isa ajjeesu'uuf mari'atan; Saa'ol ammo yaada isaanii beeke.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga guyyaa hedduu bubbuleen maayessa Yihuudonni isa ajjeesu'uuf mari'atan Saa'ool ammoo yaada isaanii beeke.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa baayi'een duubatti Yihudonni Saa'oliin ajeesuuf ni mari'atan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa heddu'uun duuba Yihudooti, Saa'ol ijjeesiisaaf mala dhowane.