Acts 9:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Saa'ol gara Yerusaalemii yennaa dhaqe, barattootatti makamiisaaf wodhaane; isaan ammoo akka inni dhugumaan barataa te'e waan hin dhugeeffatiiniif, duudinuu isa sodaatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni Yerusalemu geennaani jara Yesoti mataqu fed'e, ammo worri ch'ufumaanu isa sodaate, wonti akanatiifi aka inni nama Yeso ind'ugefanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Saa'ol Yerusaalem geennaan jara Yesusiitti makamuu fedhe; warrii cuftii ammoo, waan akka innii dhuguma nama Yesusii ta'e isa hindugeeffaneef, isa sodaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol hennaa Yerusaalemiin gaye darasootatti eda'amu'uuf yaale. Martinuu darasaa ta'uu isaa waan hin amanneef sodaataniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Saa'oolillee Yerusaalemiin hennaa gaye darasootatti eda'amu'uuf yaale. Martinuu darasaa ta'uu isaa waan hin amanneef sodaataniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Saa'ol gara Yerusaalemii yeroo deemetti barattoota achi jiraniiin woliin, wolitti dabalamuuf ni yaale, isaan garuu Kristostti amanuun isaa dhugaa waan isaanitti hin fakkaatiniif, marrinuu ni sodaataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol gara Yerusaalemii yennaa dhaqe, barattootatti makamiisaaf wodhaane; isaan ammoo akka inni dhugumaan barataa te'e waan hin dhugeeffatiniif, duudiinuu isa sodaatane.