Acts 9:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni Yihudoota afaan Giriki'ii dubbatanu woliin dubbataa itti moromaa ture; isaan ammoo isa ijjeesiisaaf wodhaanane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni soda male maqa Aabbootiini barsiise, worra Grikile wolmormani, jennaani worri isa ijeesu fed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Saa'ol, ammallee, warra Yihudii ka afaan Griikii haasa'uulleen walmormee; jennaan, warrii isa ijjeessuu fedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudota biyya Giriikiitii dhufan woliin qaaqa'aa isaaniin wol morma'aa ture. Isaan ammo isa ajjeesu'uuf barbaadan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudota biyya Giriikiitii dhufan woliin qaaqa'aa isaaniin wol morma'aa ture. Isaan ammoo isa ajjeesu'uuf barbaadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudota dubbattoota afaan Giriikii ta'an woliin dubbata'aa, ni morma ture, isaan garuu isa ajjeesuuf karoorffatanii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Yihudoota afaan Giriiki'ii dubbatanu woliin dubbataa itti moromaa ture; isaan ammoo isa ijjeesiisaaf wodhaanane.