Acts 9:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugeeffattooti waan kana yennaa beekane, gara Qisaariya'aa geessane; achille'een gara Xarseesii ergane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani waan kana d'ageennaani haga lafa Kaisaria isa geesite, gara dira Tarso jed'ani isa ergite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obbooleeyyan waan kana dhageennaan gara lafa Qiisaariyaatti geessitee, dira Xarsees jedhaniitti isa ergite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan haga kana beekaniin maayessa gara Qisaariya'aa fidaniinii achillee gara Xeerseesii erganiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan haga kana beekanniin maayessa, gara Qisaariya'aa fidaniinii, achillee gara Xeerseesii erganiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obboleeyyan kana yeroo beekanitti gara Qiisaariyaa ni fudhataniin, achii'llee gara Xerseesii akka deemu ni taasisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugeeffattooti waan kana yennaa beekane, gara Qiisaariya'aa geessane; achille'een gara Xarseesii ergane.