Amos 1:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Amoni ya maro heddu ch'ubbu hojate, tanaafi anini nyaapa worra iraa ind'owu, iti lakisa. Wonti akanatiifi gaafa worri lafa d'ibi fed'ata nama had'e, nad'eeni lafa Gileadi ta garaacha qabdule garaa tarsaasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Baniin Amoonii waan deddeebi'a'aa cubbuu hojjataniif ani mamii malee isaan adaba; marfama isaan bulchiinsa ufii babadhifatu'uuf godhaniin dubartoota biyya Gala'aadii keessa jiran garaa isaanii tarsaasaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Worri Amoonii meessaa biyya ifii badhifatiisaaf, gadhaa dubartii ulfaa ta worra Giil'aadii baqasiisaan, itti deddeebi'anee yakkaa waan hujaneef, ani isaan hin adaba.