Amos 1:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'e, AABBO Waaqi gaara Sioni iraa mandie lalabe, qonqo isaa Yerusalemu keesati d'agayani. Marri horiini d'eedu gogoge, buuyooni gaara Karmeli gubba jirtu qanch'ooratti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amootsi akkana jedhe, «Rabbi gaara Tsiyoonii irra dhaabatee akka leenca aaduu laagaa ufii ka nama sodaachisu dhageessisa; dubbiin isaa Israa'eliin keessatti dhageessisa; margi tisseen horii itti bobbaafatanillee hin quura; margi lalisaan gaara Qarmeloosii irratti argamu hin goga» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Mootiin Waan Maraa gaara Xiyoonii irraa hin harqa; Yerusaalem keessalle'ee hin mandi'a; kaloon tissitootaa hin goddi; marri qaccee gaara Qarmelosii irraa hin qoora» jedhe.