Amos 1:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Damaski ya maro heddu ch'ubbu hojate, tanaafi anini nyaapa worra iraa ind'owu, iti lakisa. Wonti akanatiifi worri worra Gileadi dabse, sibiilani lafati rige balleese, akuma mid'aani biila d'aanani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ani waan baniin Damaasqoo keessa jiran deddeebi'a'aa cubbuu hojjataniif mamii malee isaan adaba; isaan banii Gala'aadii gaarii fardaa ka ilkaan sibiilaa qabuun xamadanii isaan rakkisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Worri qachaa Damaasqo'oo korboo ilkaan sibiilaa qaddu worra biyya Giil'aadii irra waan oofaneef, anille marroo cubbuu kolbaan Damaasqo'oo itti deddeebitee hujjeetiif, isaan hin adaba.