Amos 1:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Gaza ya maro heddu ch'ubbu hojate, tanaafi anini nyaapa worra iraa ind'owu, iti lakisa. Wonti akanatiifi worri gosa toko ch'ufa, haguma geetunu boojie, worra Edomuti aka tisse gurgure.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Baniin Gaaza'aa waan deddeebi'anii cubbuu hojjataniif mamii malee isaan adaba; isaan banii biyya keessa jiran maraa haga booji'aniin maayessa namoota Eedoomiititti dabarsanii isaan kennaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Worri qachaa Gaaza'aa kolbaa booji'ane mara worra Edoomiititti dabarsanee kenniisaan itti deddeebi'anee yakkaa waan hujaneef, ani isaan hin adaba.