Amos 1:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini amma ibida dira worraa keesa buuse, ibida suniini maneeni jajabdu ta dira suni ch'ufa guba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani dallaya dhaga'aa ka qachaa Gaaza'aa irratti ibidda gad dhiisa; ibiddi sun kushee isi'ii maraa hin guba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani ibidda kushee isi'ii luxub godhu dalleya dhaka'aa ka qachaa Gaaza'aatitti hin erga.