Amos 1:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra dira Ashdoditiifi Ashkeloni fidu dira worraa keesaa baasa. Ammalle anini dira Ekroni gaargalche, nami Filisti ka hafe tokoleeni imbahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii biyya Aashdoodii keessa jiraatanii fi bulchaa Asqaloona'aa hin balleessa; worra qachaa Eeqroonii keessa jiraatanillee hin balleessa; worri Filisxeemii ka hafanillee hin du'an.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worra qachaa Ashidoodii keessa le'uu fi mooticha Ashiqalonii hin balleessa. Ani worra qachaa Eqroonii keessa le'u hin adaba; worri Filiisxiyaa keessatti hafane marti hin badan» jedha.