Amos 2:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Moabu ya maro heddu ch'ubbu hojate, tanaafi anini nyaapa worra iraa ind'owu, iti lakisa. Wonti akanatiifi worri lafele hayyu Edomu gube daara tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Baniin Moo'aabii waan deddeebi'a'aa cubbuu hojjataniif ani mamii malee isaan adaba; isaan lafee mootii Eedoomii haga daaraa ta'utti gubaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Worri Mo'aabii lafee mootii Edoomii haga daadhaa teetutti gubiisaan itti deddeebi'anee yakkaa waan hujaneef, ani isaan hin adaba.