Amos 2:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni askartiini nami jannileeni woraana lafa buuse baqata. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san loltoonni guddisanii jabaatanuu meeshaa ufii ka lolaa gata'aa dheessan» jedha; Rabbi waan kana dubbateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san loltooti goototinuu qullaa hin baqatan» jedha.