Amos 2:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Israeli ya maro heddu ch'ubbu hojate, tanaafi anini nyaapa worra iraa ind'owu, iti lakisa. Wonti akanatiifi worri nama d'uga hiyyeesa, ka dandae kobe gati fuud'ele imbaamne, aka tisse gurgure.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Baniin Israa'elii waan deddeebi'a'aa cubbuu hojjataniif ani mamii malee isaan adaba; isaan namoota qulqulluu birrii argachu'uuf hiyyeeyyiillee kophee argachu'uuf jedhanii gurguratan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Worri Israa'elii worra balchoota meeti'itti, worra hiyyeeyyii kophee miilaatitti gurguratiisaan, itti deddeebi'anee yakkaa waan hujaneef ani isaan hin adaba.