Amos 2:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla sorio baasani iti kad'atani ch'ufati worri woya qabdo ta hiyyeesa iraa qabateeni rafe Mana Waaqa isaani keesa daad'i nama gati worraa qabu iraa d'uga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyii liqaa isaanii kaffaluu hin dandeenne irraa uffata isaanii akka qabdi'ii godhanii fudhatanii hulee ciincaa itti dhiyeessan marattuu afatanii irra ciisan; daadhii woyini'ii maqaa liqaa ufiitiif adabbii godhanii fudhatan; mana woyyuu waaqa ufii keessatti dhugan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan addee ciinca'aa mara cinaa, woyaa worra hiyyeeyyii liqaa kaffaluu hin dandeenne irraa qabatane irra rafan. Daadhii woyni'ii ta worra adabame irraa fuudhane mana Waaqa ifii keessatti unan.