Amos 3:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Israeli, dubbi AABBO Waaqi isaniini jed'u tana ch'aqasa, isani gumiini ch'ufti ta inni lafa Misiri keesaa baase:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii Israa'elii! dubbii Rabbi isin banii guddaa biyya Misiriitii isin baasetti dubbate kana dhagayaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee kolbaa Israa'elii, dubbii Mootiin Waan Maraa isin worra biyya Gibxi'ii keessaa baase maratti dubbatu tana dhage'a'a!