Amos 3:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Worri kunini waan dabsani nama saamani iraa guurataniini maneeni worraa guuta. Worri d'uga beekhe gula indeemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Baniin kun waan mishaa godhuu hin beekan; qabeenna didda'aa fi miidha'aan fudhataniin kushee ufii guuttatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Isaan waan sirrii te'e attam akka hujanu hin beekanu; waan hunnaan nama irratti ka'anee saamaneen mana ifii guutatan» jedha.