Amos 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nyaapi dira worraa marse naabo worraa ch'ufa ch'ach'abse, maneeni hayyule ch'ufa saamani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu diinni biyya isaanii marsee kushee isaanii diigee manniin isaanii saama.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Goottaan Mootiin Waan Maraa, «Diinni lafa hin qabata; kushee jajjadduu teessan diigee mana keessanille hin saama» jedha.