Amos 3:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Akuma tissituuni miila lama yokhaani gurra tokofa, ka hori nyeench'i nyaate iraa buuftu, akasuma nami takeeni dira Samaria, ka amma sireefi barch'uma dadansa ira tatau, iraa hafa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Worri Israa'elii ka Samaariyaa keessa jiraatan siree gudda'aa fi siree gabaabaa fudhatanii dheessan; kunillee tisseen a'oo afaan leencaatii luka lamaa fi gurra diqqoo hafte buusisiisuu danda'u fakkaata.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Akkuma tisseen afaan neenqaa irraa lafee lukaa lama yookiin gurra ciccitaa callaa buufattu, Israa'elooti Samaariyaa keessatti qaccee taqee ifii irra, Damaasqoo keessattille taqee gaggabaadduu ifii irra tee'anu, akkasuma hin hafan» jedha.