Amos 3:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Amma ch'aqasa, ilmaani Yakobo gorsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan Waandhi banii maraa akkana jedha, «Isin waan kana dhagayaa'a; fiixaa Yaaqoobiititti rageessaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa Waaqi Waan Mara Dande'u, «Tana dhage'a'aatii sanyii Yaaqoobii irratti dhugaa baya'a.