Amos 3:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya anini worra Israeli maro daba worratiifi balleesu, waan sorio irati qalani ta Betheli balleesa. Ammalle gaafasi, gaafa waan sorio irati qalani ch'ufa iraa ch'ach'absani lafati jissani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa ani cubbuu isaan hojjataniif banii Israa'elii adabu hulee ciinca'aa ka Beeteeliin keessa jiran maraa hin diiga; gaafni hulee ciinca'aa caccabanii lafatti gad kufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa ani marroo cubbuu isaaniitiif Israa'eloota adabu, addee ciinca'aa ta Bet'elii hin diiga; gaafoti addee ciinca'aa muramanee lafa harca'an.