Amos 3:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini mana gaafa adoleesa, ka lafti d'aamotu, jaaratanifi ka bona hagayya, ka lafti owitu, jaaratanile inch'ach'absa. Mani ilka arbaatini ch'okhani injiga, mana gugurda ch'ufa imballeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manniin isaan ji'a gannaatii fi ji'a bonaa keessa jiraatan maraa hin diiga; manniin ilkaan arbaatiin ijaaraman maruu hin diiggaman; manniin gugurdaan maruu hin jiga.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani mana isaan yennaa gannaatii fi yennaa bonaa keessa tee'anu mara hin diiga; manni ilka arbaatiin seefamee ijaarame marti hin bada; Galmi gugurdaalle barbadeeffamee bada» jedha.