Amos 3:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyeench'i ka waan nyaatu inargini badda keesa initana? Kubleeni nyeench'aa ta woma inqabini goda keesa ingururiiti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Leenci bosona keessa dhadhoolee uduu hin arganne akkanumaan aadaa? leenci darmiin uduu waan tokkollee dhadhoolee hin qabne hulee jiraatutti laagaa ufii hin dhageessisaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Neenqi gongomaa keessatti waan adansee nyaatu adoo hin dhaggin dhangaa hin dhowaa? Neenqi dardarri waan tokko adoo hin qabatin mandhee ifii keessaa hin gurura'aa?