Amos 3:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Magalati lolaa yo dira keesati d'aani nama innaasisu? Gaargali dirati ind'ufa, hojja AABBO Waaqi iti inergini?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa keessatti xurumbaan akka lolaaf qophaayan hennaa afuufamu baniin sodaatee hin hollanne hin jiraa? Uduu Rabbi hin eeyyamne wonti hamaan hin dhufaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tultullaan lolaa qachaa keessatti yennaa afuufamu, kolbaan hin sodaattuu ree? Mootiin Waan Maraa adoo hin eeyyamin wonni hantuun qacha'atti hin dhuttii ree?