Amos 3:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi tana worra maneeni hayyu Misiritiifi hayyu Ashdodi keesa jiruti hima: Gaareeni dira Samaria marsituti wolti koota, gohanna waan hamtutiifi hameenna achiti tolchani dawaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra kusheewwan biyya Ashdoodiitii fi biyya Misirii jiran keessa jiraatan marattuu «Gaara Samaariya'aa irratti wol gayaa'a; miidhaa achi keessatti raawwatamuu fi raafama jiru laalaa'a» jedha'aa labsaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kushee jajjadduu Ashidoodiitii fi kushee jajjadduu biyya Gibxi'iititti lallaba'aatii, «Gaara Samaariya'aa irratti wolitti qabama'a; hogaa isii keessaatii fi cunqursaa odduu kolbaa isi'ii jiru ilaala'a» jedha'aan.