Amos 4:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nad'eeni Samaria gagabbo aka haawicha Bashani, ta nama lalaafa dabsite hiyyeeyi gaargalchitu, ta d'iirsoota ufii yaamte, Faarso nuu keenna jettuuni, dubbi tana ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin dubartoota Samaariya'aa akka sa'oolee worra Baasaanii uf furdiftan! dubbii kana dhagayaa'a! isin worra dadhaban salphiftan, hiyyeeyyii rakkiftan, abbootiin manaa teessan hennaa maraa akka dhuddoo nama macheessu isinii dhiyeessan gaafattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin dubartooti akka sa'oolee Baashaanii, ta gaara Samaariya'aa irratti gabbattanee, worra hiyyeeyyii ka cunqursitanu, worra rakkataalle ka butuchitanu, abbootii worra teessaniin, «Daadhii nu'uuf fida'a!» ka jettanu, jecha kana dhage'a'a!