Amos 4:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gaargala aka lafa Misiriti buuse isaniti buuse. Anini kaima keesani lola keesati fit'e, fardoole teesanile isani iraa fuud'e, ammalle fulla isani teetani reefa namatiini ajeese. Taatule isani nati indeebine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani balaa akka balaa biyya Misiriititti erge fakkaatu isinitti erge; ka'imman teessan akka guraade'een du'an; faradoo teessanillee akka booji'aman godhe; ajaan reeffa namoota ganda keessan keessatti du'anii akka isinitti ajaawu taasise; isin ammo gara kiyya hin deebine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani balaa biyya Gibxi'iititti erge isin irralle'etti erge. Dargaggoota teessan shallaaga'aan ijjeesisee, fardoota teessan akka booji'amanu godhe; addee qubattanetti reeffi nama du'ee akka isinitti ajowu godhe; isin haga ammaa gara kiyya hin deebine» jedha.