Amos 4:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini isani nama haga gari, akuma anini Sodomafi Gomora balleese, balleese. Isani nami hafe aka qoraani ibidaa, ka ibida keesaa fuud'ani, jirtani. AABBO Waaqi waan jed'e, Taatule isani nati indeebine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkuma Soodomii fi Gomoraa balleesse akkasuma isin keessaallee namoota hedduu fixe; isin worri haftanillee akka mukukkula ibidda keessatti haga bobayeen maayessa keessaa butanii fuudhaniiti; kun maruu ta'ee isin ammo gara kiyya hin deebine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ani Sodoomii fi Gomoraa akkuma balleesse, isin keessalle'ee garii balleesseera. Isin keessaa gariin akka muka ibidda bobe'u keessaa butamee ti; isin ammoo haga ammaa gara kiyya hin deebine.