Amos 4:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worra Israeli, wonti anini isani tolchu tana: Waan anini waan kana isani tolchufi aka Waaqa keesani dura d'uftani kurfefad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu banii Israa'elii! kunoo ani akkuma kana isin irratti godha; ani waan kana waan isin irratti godhuuf ani Waaqa keessan woliin hulee murti'iititti wol gawu'uuf qophaayaa'a!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, ee kolbaa Israa'elii ani akkasuma isin irratti hin godha; ani tana isin irratti waan godhuuf, ee kolbaa Israa'elii, Waaqa keessan woliin wol dhaggiisaaf qophowa'a» jedha.