Amos 4:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka gaara mid'aase bubbe uumeleeni isuma; ka herega ufii nama barsiisu isuma; ka guyya halkani tolche gaareenile ch'ufa gubba deemu — AABBO Waaqa, ka Abba Waan Ch'ufa jed'aniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka gaarran hojjate, ka qilleensa uume, ka waan yaade namaa ibsu, ka ifa guyya'aa dukkanatti jijjiiru, ka lafaa gaaraa irra deemu, maqaan isaa Rabbi Waaqa banii maraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka gaara huje, qilleensalle ka dade, ka yaada ifii namatti mudhisu, ka ganama gara dukkanaatitti jijjiiru ka gooroo lafaa irra ideemu, maqaan isaa Mootii Waan Maraa Waaqa Waan Mara Dande'u.