Amos 4:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qit'a bukho inqamne Waaqaa baasa, galata deebisa, waan isani fed'i teesani gula Waaqaa baaftaniini ufi guddisa! Wonti isani jaalattani tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti isin godhuu barbaaddan woma kana waan ta'eef kennaa xorosho'oo ka galataa dhiyeessaa'a; ciincaa fedha keessaniin dhiyeessitaniifillee labsii labsaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Israa'eloota, wonni isin godhiisaaf jaalattanu tana waan teeteef, daabboo uukoo qaddu irraa ciincaa galataa dhikeessa'a; kennansa fedhii teessaniin kennitanuun ifi jaja'aatii koora'a» jedha.