Amos 4:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami beela jabdu dira keesanifi worra keesaniti buuse anuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani midhaanuma afaaniin qabdanuu isin dhabsiisee qachoota keessan marattuu beela gad dhiise; isin ammo gara kiyya hin deebine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Qachoota gugurdaa keessan mara keessatti wonni afaaniin qaddanu akka hin dhagganne, qachaa mara keessatti sagaleen akka dhabantu ka godhe ana; isin ammoo haga ammaa gara kiyya hin deebine.