Amos 4:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami dira gari ch'ufti dira d'ibi bisaani barbaadachu d'aqe, ammo d'eebu bahu dad'abe. Taatule isani nati indeebine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni bisaan dhugan soqaa qachaa tokko irraa gara qachaa biraa deeman; garuu waan bisaan gayaa hin arganneef dhuganii dheebuu hin baane; isinillee gara kiyya hin deebine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre namooti bisaan barbaadatiisaaf, qachaa tokko irraa gara qachaa tokkoo joonjane; te'uu malee unanee dheebuu bawuu hin dandeenne; isin haga ammaa gara kiyya hin deebine» jedha.