Amos 5:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini daba keesani guddafi ch'ubbu teesani ta isani maro heddu tolchitani imbeekha. Isani nama woma intahiini dabsitani gumbo nyaatani gaadisa kora keesaleti hiyyeesa d'uga d'owartani dabsitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani yakki keessan hagam akka baay'atee fi cubbuun keessanillee hagam akka ulfaataa ta'e hin beeka; isin namoota mimmishaa rakkiftanii gabbarsiifata'aa dhaddacha murti'iititti murtii haqa hiyyeessaa dabistan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yakkaan teessan attam bacaa akka teetee fi cubbuun teessan attam attam guddoo akka teete ani hin beeka. Isin worra balchaa cunqursitanee, safuu irraa fudhattanee, worri hiyyeeyyiin badhinna kora mura'aatitti haqa akka hin dhagganne gootan.