Amos 5:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa suni nami woi beekhu qarooleeni inch'alisa, wonti akanatiifi bari suni hama!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu barri hamaa waan ta'eef namni waa hubatu hin cadhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf barri hamaa waan te'eef, yennaa akkasiititti nami qalbeeffataan cadhi hin jedha.