Amos 5:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hamtu hanqad'a, waan dansa barbaada, aka jiraattani. Duuba AABBO Waaqi Guddaani akuma isani, Inni nu woliini jira jettani, d'uguma isani woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka lubbu'uun jiraattan waan mishaa godhaa malee waan hamaa hin godhinaa'a; yoo waan kana gootan akkuma isin jettan Rabbi Waandhi banii maraa isin woliin ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin jiru'uun akka jiraattanuuf, waan dansaa malee waan hantuu hin barbaadina'a. Achiin duuba akkuma isin jettanu Mootiin Waan Maraa Waaqi Waan Mara Dande'u isin woliin hin jiraata.