Amos 5:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hamtu jibba, waan dansa jaalad'a, fulla gaadisa korati d'uga jabeesa. Hegeri AABBO Waaqi worra gosa Yusufu, ka armati hafe, innahaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hamaa jibbaa'a; waan mishaa jaaladhaa'a; dhaddacha murti'iititti akka murtiin haqaa hin dabne godhaa'a; maal laataa Rabbi Waandhi banii maraa banii Israa'elii ka hafanii araaramuu danda'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan hantuu jibba'aatii, waan dansaa jaaladha'a; badhinna kora mura'aatitti haqi akka jiraatu godha'a. Mootiin Waan Maraa Waaqi Waan Mara Dande'u kolbaa Israa'elii worra hafeef hin marara fa te'a.