Amos 5:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oobru zabibule ch'ufa keesati imbohani. Wonti akanatiifi anini lafa teesaniti d'ufe isani gaargalcha. Tunini dubbi AABBO Waaqi jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee dhaaba biqiltuu woyini'ii marattuu hin booyan; wonti kun maruu ta'uuf waan ani isin jidduu bayuuf.» ka waan kana dubbate Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oorruu woyni'ii mara keessatti wiiccifati bowaa hin te'a; ani isin adabiisaaf odduu teessan waan dabaruuf, tun marti isin irratti hin teeti» jedha.