Amos 5:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama nyeench'a baqate gorjamaani bahu fakaata! Yokhaani nama inni mana harkaani qabannaani bofi idde fakaata!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan sun akka nama uduu leenca jalaa dheessu doobba'aan wolitti dhufuu, yookaan dheessee mana ufiititti galee harkaan yoo dhaaba manaa qabatellee bofni idduu isinitti ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan sun akka nama neenqa duraa adoo dheetuu doobba'atti dhufuu, yookiin isa duralle'ee bayee mana ifiititti galee dhaaba manaa yennaa qabatu dhudhuufaan idduu ti.