Amos 5:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Israeli aka dubra jidde kau dad'abde jirti! Isi lafa buusani, nami toko ka olkaasu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'eliin durbummaa qabdu waan kufteef, deebitee ka'uu hin dandeettu; isiin ka isii gargaaree lafaa isii kaasu dhabdee biyya ufii keessatti ta hojjatti gatamte taate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'eliin akka durraa jiddeerti; deebiteelle hin kaatu; lafuma ifii keessatti gatante; nami isii ol kaasulle hin jiru.