Amos 5:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla sirba suni, d'ugaani ha aka lola yaatu, qajeelumtileeni ha aka galaani hojja ch'ufa yau yaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana irra murtiin haqaa akka bisaan jiguu, balchummaan akka bisaan lagaa ka yaa'ee hin cinnee haa jiguu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo haqi akka bisaan lagaa, balchummaalle akka madda hin gonnee lolaatuu ti.