Amos 5:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani gumi Israeli, gaafa lafa aloo ta gamooji keesa ganna afurtama teetani, soriofi waan naa baaftani d'ibi, ya na d'uftaniini?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Banii Israa'elii! isin amma ciincaa woggaa afurtamaa lafa onaa keessa deemtaniif kennaa naa dhiyeessitaniirtanii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee kolbaa Israa'el, woggaa afurtama goomolee keessatti isin ciinca'aa fi kennansa naaf dhikeessitaneertanii ree?