Amos 5:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gaafa anini isani boojie lafa Damaskitini gama isani geesu. AABBO Waaqi, ka maqaani isaa Waaqa Gudda, akana jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka Damaasqoo irraa ari'amtanii fagaattan isin godha» jedha; ka waan kana dubbate ana Rabbi Waaqa banii maraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani qachaa Damaasqo'oo irraa fagaattanee akka isin booji'antanu hin godha» jedha; maqaan isaa Mootii Waan Maraa Waaqa Waan Mara Dande'u.