Amos 5:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa barbaada, injiraattani. Yo isani barbaadu baatani, inni aka ibida worra Yusufuti d'ufe guba. Ibidi suni worra Betheli gube, nama d'aamfule d'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
San irra gara Rabbii deebi'aa'a; lubbu'uun jiraattanii; yoo kana hin taane Rabbi banii Israa'elii akka ibiddaatitti isaan fixa; worra Beeteeliin keessa jiraatan ibiddi isaan guba; ka ibidda isaan irraa dhaamsu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa barbaadadha'aatii jiru'uun jiraadha'a; yoo akkas hin te'in inni kolbaa Israa'elii akka ibiddaa luxub hin godha; worra Bet'eliille ibiddi hin fixa; nami isa irraa dhaanfulle hin jiru.