Amos 6:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani sirba baasu feetani, aka Daudini duri tolche, ammalle waan aka fulludo ta sirbitaniini mid'aafattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meeshaa sirbaa midhaaffata'aa meeshaa faaru'uu ka laagaa guddaa dhageessisuun sirba faayidaa hin qabne sirbitan; akka Daawitii faaruu qopheessa'aa meeshaa sirbaatiin faarfattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin kiraara guddicha hin qanya'aminiin sirbitan; akka Daawitiille meya faaru'uutiin faarfatiisa barbaaddan.